Zusammenfassung der Ressource
Frage 1
Frage
Bishaan Zamzam Magaalaa Kam keessatti argama?
Antworten
-
Jiddaa
-
Makkaah
-
Madiinaa
-
Xaa’if
Frage 2
Frage
Khaliifaan Afaraffaan eenyu?
Antworten
-
Umar (RA)
-
Abubakar (RA)
-
Ali (RA)
-
Usmaan (RA)
Frage 3
Frage
Salaanni Sunnaa Boodaa hin qabne kami?
Frage 4
Frage
Lolli badrii ji’a kam keessa geggeeffame?
Antworten
-
Rabii’al Awwal
-
Ramadaan
-
Rajab
-
Zulhijjaah
Frage 5
Frage
Lola badrii eenyutu moohate